Get our latest news from our social feeds!
Kenna for Kids
updated their cover photo.
5 days ago
Kenna for Kids's cover photo
... See MoreSee Less
5 days ago
#Guyyaan_Eebba_Jijjiirameera.
Dhaabbanni keenya Proojektii guddicha wiirtuu Gammadii Tufaa Jedhamu Eebbisiisuuf Waamicha Dabarsuun isaa ni Yaadatama Haa. ta'uu Malee Kennaan ykn Daa'imni dhaabbanni keenya
maqaa isaatiin hundeeffamee boqachuu isaatiin Gadda keessa akka turre ni beekkama.
Kaanaafuu Guyyaa Sagantaa kana dura ture jijjiiruun ykn yeroo isaa dheeressuun Dirqama ta'ee jira. ![]()
kabajamtoota Maatii dhaabbata keennaa:- tola-ooltota, miseensota, deeggartoota fi keessummoota affeeraman Hundaaf Sagantaa kana dura isin qabsiifne jijjiiruu keenyaaf dhiifama jechaa
• sagantaan eebba Giddugala Gammadii Tufaa kan jalqaba Dilbata, Woxabajjii 28, 2018 ture Gara
• Guyyaa:****Dilbata, #Adoolessa 12, 2018tti Jijjiiruu keenya Kabajaadhaan isin beeksifna.
•
• Kennaan qaamaan nu bira jiraachuu baatus, hojiin isaa fi seenaan isaa ergama dhaabbatichaa gara fuulduraatiif kaka'umsa ta'ee itti fufa.
GALATOOMAA.
... See MoreSee Less
6 days ago
#ANNOUNCEMENT
Postponement of the Gammadii Tufaa Center #Inauguration_Ceremony![]()
Dear Partners, Volunteers, Members, Supporters, and Invited Guests,![]()
It is with deep sorrow that we announce the postponement of the inauguration ceremony of the Gammadii Tufaa Center, which was originally scheduled to take place on Sunday, July 5, 2026.![]()
This decision follows the heartbreaking passing of Kenna, the beloved 8-year-old child whose life, courage, and journey with disability inspired the establishment of our organization . Kenna's life touched many hearts and became the driving force behind our commitment to improving the lives of children with disabilities and their families.![]()
As we mourn this immeasurable loss and honor Kenna's memory, we believe it is appropriate to postpone the inauguration ceremony.![]()
The ceremony has been rescheduled as follows:
New Date: Sunday, July 19, 2026![]()
We sincerely apologize for any inconvenience this change may cause and deeply appreciate your understanding, prayers, and continued support during this difficult time.![]()
Although Kenna is no longer with us, his legacy will continue to inspire our mission. ![]()
Thank you for your compassion, understanding, and unwavering support.
... See MoreSee Less