Get our latest news from our social feeds!

2 days ago

Kenna for Kids
SUNDAY AT KENNA | Taking Inclusion Beyond the Center!Driven by compassion and commitment, Sunday at Kenna is a volunteer-led initiative dedicated to bringing joy, empowerment, social connection, and meaningful experiences to children with disabilities.While our regular gatherings take place at the center, this round was exceptional! We took the initiative beyond the center to Hawassa, for a special social outing with the children.It was a day of joy, laughter, exploration, friendship, and shared memories—creating opportunities for children to experience recreation, interact with others, and actively participate in community life.Because children with disabilities deserve not only care and support but also the freedom to explore, enjoy, participate, and belong.Our volunteers make these moments possible. Together, we are turning compassion into action and inclusion into lived experience! ❤️Sunday at Kenna – Beyond Care, Creating Opportunities for Inclusion!#kennaforkidswithdisabilities #sundayatkenna #BeyondTheCenter #volunteerism ... See MoreSee Less
View on Facebook

3 days ago

Kenna for Kids
Daawwannaa Kennaa (Visit_Kenna_Challenge) Bara 2026 jalqabuuf jira!koottaa Dhaabbata Kennaa (KKD) Daawwadhaa! Daawwannaa keessaniin ijoollee qaama miidhamtootaaf abdii, gammachuu fi jajjabina akka taatan kabajaan isin affeerra. Waliin jijjiirama fiduu dandeenya!#የኬና_ጉብኝት_የ2026_ሊጀመር ነው! ኑ የኬና ድርጅትን (KKD) ይጎብኙ!በጉብኝታችሁ ለአካል ጉዳተኛ ሕፃናት ተስፋን፣ ደስታንና ማበረታቻ እንዲትሆኑ በአክብሮት እንጋብዛችኋለን።#በጋራ_ለውጥ_ማምጣት_እንችላለን! ... See MoreSee Less
View on Facebook

1 week ago

Kenna for Kids
Dhaabbata deeggarsa daa'imman qaama miidhamtoota Kennaarraa Hawaasa Keenyaaf !GALATAA KEENYA ONNEE GUUTUUDHAAN ISINIIF DhIYEESSINA.GALATOOMAA! GALATOOMAA! GALATOOMAA!Gammachuu fi miira galataa guddaa waliin, Dhaabbanni Kenna for Kids with Disabilities (KKD) duula sassaabbii maallaqaa konkolaataa bitachuuf gaggeesse milkaa'inaan xumuruudhaan BITTAA KONKOLAATAA raawwachuu isaa kabajaan isin beeksisa.Milkaa'inni kun kan danda'ame arjummaa, jaalala, tokkummaa fi deeggarsa HAWAASA KEENYA BAL'AA ARJAA,HAWAASA KEENYA ALAA FI KEESSAATIINI !HUNDUMTUU ... namoota dhuunfaa, dhaabbilee gara garaa , masjiidota, abbootii qabeenyaa, dargaggoota, tola ooltota,miseensota ,hawaasa naannoo fi deeggartoota keenya hundaatiin galatoomaa jenna.Gumaachi keessan hundi, xiqqaa yookaan guddaa osoo hin jedhin, galma keenya bira akka geenyuuf shoora olaanaa taphateera. Tokkoon tokkoon keessan abdii daa'imman qaama miidhamtoota ta'aniif qabnu dhugoomsu keessatti gahee olaanaa taphattaniittu.Konkolaataan bitame kun meeshaa geejjibaa qofa osoo hin taane, mallattoo jaalala, tokkummaa fi itti gaafatamummaa waloo keenyaa ti. Daa'imman keenya gara tajaajila fayyaa, barnootaa, deeggarsaafi carraa jireenya fooyya'aatti dhiheessuuf gargaarsa guddaa ta'a.Gumaacha keessaniif, amanamummaa keessaniif, deeggarsa keessaniifi nu waliin dhaabbachuu keessaniif galata guddaa qabna!Rabbi hojii harka keessanii haa eebbisu, arjummaa keessanis isiniif haa baay'isu.GALATOOMAA! GALATOOMAA! GALATOOMAA!Kenna for Kids with Disabilities (KKD) ... See MoreSee Less
View on Facebook