Get our latest news from our social feeds!
6 days ago
Dandeettiin namaa qaama irratti osoo hin ta’in, fedhii fi abdii isaa irratti hundaa’a.![]()
Qaamni miidhamuu ni danda’a; garuu abdii fi fedhiin namaa hin miidhaman. Yoo carraa, kabajaa fi deegarsi jiraate, humni keessa namaa waan hin yaadamne hojjeta. Hawaasni keenya wal-qixxummaa fi hammattummaa yoo dagaagse, namni hundi carraa isaa guutuu ni fayyadama.![]()
#QaamaMiidhamtoota
#AbdiinHinMiidhamu
#WalQixxummaa
#KabajaNamummaa
... See MoreSee Less
2 weeks ago
2 weeks ago